Filannoo waliin walqabsiisee mootummaa Federaalaa waliin atakaaroo keessa kan galteefi hanga tokko akka walabaati kan of ilaaltu, naannoo Jubaalaand hariiroo mootummaa Federaalaa waliin qabdus ta ...
Namni Iraan keessatti mirga namoomaaf falmuun gurra guddaa qabu Kiyaanoosh Saanjirii mootummaa Iraan mormuun ofiin of ajjeese. Qabsaa’aan mirga namoomaa kun bulchiinsa Ayaatolaa Alii Komaanii ...