Qabsoon Oromoo rakkina gurguddaa keessa seene keessumaa erga ABO'n mootummaa ce'umsaa keessaa bahe waggoota soddoma darbe keessatti. Keessattummoo baroota digdamaan darban keessa rakkina gara ...
Obbo Battee Urgeessaa, miseensiAdda Bilisummaa Oromoo (ABO) Ebla 10, "humnoota mootummaa"n qabamee yeroo muraasa booda, daandii naannoo magaalaa Meekii irratti du'ee argame, akka Addi Bilisummaa ...
Ajjeechaa kana dura hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo kan mootummaan ABO-Shanee jedhee waamu aanichatti 'ummata dararaa jiraachuun' gabaafamaa tureera. Jiraattonni lama BBC'n irraa odeeffate ...